Hosea 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan worra Yuda himatu qaba, ammalle worra Yakobo maro huji worratiifi gaargalcha; inni huji worraa gula gaargala kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii Yihuuda'aa waan ajiifatuuf qaba; ijoollee Yaaqoobii akkuma jireenna isaaniitiin isaan adaba; haguma hujii hamaa hojjataniitiin gatii isaanii isaanii kaffala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Yihudaa irratti waan ciicatu qaba; akka ideensa isaatitti Yaaqoob hin adaba; akka hujii isaatitti gatii isaaf hin kaffala.