Hosea 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni gaafa garaa haad'a keesa jiru, oboleesa isaa ka lakooletiini woli wollaanani; eegi guddatele Waaqaani woli wollaanani —
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob uduu gadaamessa haadha ufii keessa jiru obboleessa ufii ka lakku'uu firrisu'uuf koomee isaa qabe; haga guddateen maayessallee Waaqa ufii qabee, «Gad si hin dhiisu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gadaamessa haadha ifii keessatti jimuu obboleessa ifii qabe; yennaa nama guddaa te'elle Waaqa woliin wodhaantoo qabate.