Hosea 12:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi isani ammatana Waaqa keesani d'ugeefad'a, iti deebia; jaalalaafi d'uga jabeesa, biraa indeemina, obsaa, waan Waaqi keesani tolchu eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin gara Waaqa keessanii deebi'aa'a; jaalalaa fi haqa dhuga'aa jabeessa'aa qabadha'aa haga Waandhi keessan isin gargaaruuf obsaan eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo gara Waaqa keetii deebi'i; jaalalaa fi haqa eegi; yennaa mara Waaqa keeti eegadhu.