Hosea 12:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli akuma worri Kanaani bunaqa keesa waan woini biimani nama dabsu jaalatu jaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Worri Israa'elii akka daldaltoota worra Kana'aanii ka madaala sobaa harkaa qabanii ta'aniiran; isaan madaala saniin soban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daldalaan madaallii dharaatiin gurgurata; sobiisa jaalata.