Hosea 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, AABBO Waaqi keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase, finna gaafa anini lafa gamoojiti isaniti d'ufe, ka isani waaroti galtaniti, isani deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biyya Misiriitii masakkee isin baase ammo ana Rabbi Waaqa keessan; akkuma hennaa ayyaana daase'ee daasee keessa jiraattan akkasuma deebitanii akka daasee keessa jiraattan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, «Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan, ka biyya Gibxi'ii keessaa isin baase. Akkuma dur guyyaa jila beekkantuu teessanii dunkaanii keessa leetanu, ammalle dunkaanii keessa akka leetanu hin godha.