Hosea 13:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri, hojja gochiti Efraimu dubbatte, gochiti Israeli taani insodaatte; wonti akanatiifi gosa Efraimuti saalfatani. Ammo worri waaqa Baali jed'ani kad'ate ch'ubbu tolche, tanaafi worri indua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara gofti Efreemii banii Israa'eliititti boonan worri waan isaan dubbatan dhagayan maruu hin hollatan; maayessa ammo waaqa tolfamaa ba'aal jedhamuu sagada'aa waan cubbuu hojjateef du'aan adabaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa kolbaan Efreemii dubbatte, namooti hollatane; isaan Israa'el keessatti saadamane. Ammoo isaan waaqa dharaa Ba'aal waaqonfatiisaan cubbuu hujanee du'ane.