Hosea 13:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani, jaarsafi hayyu nuu kenni jettani na kad'attani, ammo worri suni akami dandae gosa baasa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka ani mooti'ii fi bulchoota isinii kennu na gaafattanii turtan, eeganaa amma mootiin isin oolchu, bulchoonni waa isin irraa dhooggan eessa jiran?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, ‹Mooti'ii fi qondaaltota nuuf kenni› jettaneertan; akka isin baasuuf, mootiin keessan meet ree? Qachoota keessan mara keessa bulchitooti teessan meet ree?