Hosea 13:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tana boola nama due keesaa baasa? Yokhaani duu d'owa? Ee duisa, gaargali kanke me? Ee boola, had'aani tante meeti? Anini iti deebie worra kanaa innahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hunna ibidda asaabaa jalaa isaan oolchaa? du'a jalaa isaan baasaa? du'a! balaawwaa kee meeti? ibidda asaabaa! ka nama balleessituun meeti? ani garaa isaanii hin laafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hunna addee worri du'e jiruu jalaa isaan hin baasuu ree? Du'a jalalle'ee isaan hin woduu ree? Ee du'a! Balaan keeti meet ree? Ee addee worri du'e jiru! Badiin teeti ta ati fiddu meet ree? Ani haganaa achi kolbaa tana hin mararu.