Hosea 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Israeliini aka ilaadu baate mid'aadele, bubbeeni AABBO Waaqa gara ilaboruti lafa aloo keesaa d'ufte, maddofi eela worraa gossite, waan dadansa ch'ufa iraa fud'atti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni yoma obboleewwan ufii jiddu'utti ka bu'aa qabu ta'ellee qilleensi baya biiftu'uu ka Rabbi ittiin waa adabu lafa onaatii ka'ee dhufa; burqaan isaa hin dhaabata; lanni isaallee hin goga; qilleensi meeshaa isaa ka gatii mi'a'aa maraa jalaa fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Efreem obboleeyyan ifii oddu'utti midhaan yoo baaselle, qilleensi karaa aduun baatuu, Mootii Waan Maraa biraa, goomolee keessaa ka'ee hin dhufa; maddi hin maddu; baleessi hin goga; wonni gatii qabu marti mana kuusa'aa keessaa hin saamanti.