Hosea 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi lafa dansati qubattani, isani aka dansaa quuftani jennaani kiyyibdani na deetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gara biyya michu'uu galtan ammo akka quuftanitti nyaattanii guddiftanii uf jajjanii na irraanfattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa isaan areere, isaan quufane; isaan yennaa quufane, kooranee na dedhane.