Hosea 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini akuma nyeench'a isani had'e, aka qeeramsa kara d'aatuti isani gaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani sababaa kanaaf akka leencaatii fi Qeerransa karaa irra riphuu isinitti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka neenqaa isaanitti hin dhufa; akka qeeransaa karaa cina'atti isaan hin gaada.