Hosea 13:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka goorjama ka ilmaani iraa badde isani had'e isani tatarsaasa. Akuma nyeench'a fulluma suniti isani nyaad'e fit'e, aka bineensa alaa isani tatarsaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ilmoolee doobbaa jalaa fudhatame gootuu ani balaa isinitti buusa; isin ciccira; akka leenca nama nyaatuu isinitti ta'a; akka bineensa hamaa nama cicciruutitti isin ciccira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka doobbaa ilmoolee jalaa fudhatanee, ani isaan hin dhowa; qoma isaanii cassee bana. Ani akka neenqaa isaan hin nyaadha; bineensi isaan hin bibixxila.