Hosea 14:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqati deebia, dubbi dansaani waan jettaniini, Ch'ubbu teenna ch'ufa nuu araarami, kad'acha teenna ch'ufa nuu d'agayi, duuba akuma qara jenne kaani si faarsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan himattan qabadha'aatii gara Rabbii deebi'a'aatii «Cubbuu keenna maraa nuu dhiisi, araaraan ufitti nu fudhu; daraaraa galataa mishaa afaan keennaa sii dhiyeessinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechoota kana isaan jedhiisaaf, fudhadha'aatii gara Mootii Waan Maraa deebi'a'a'a: «Cubbuu teenna mara nuu araaram! Galata dansaa afaan keennaa akka dhikeessinu, mararti'iin nu fudhadhu.