Hosea 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini worra fayyise deefad'e, garaa kiyya ch'ufaani jaalad'e, iti deebie worrati indallanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani amanamuu dhabuu banii kiyyaa qajeelchee, gara kiyya isaan deebisa; dheekkamsa kiyya waan isaan irraa deebi'eef fedhuma kiyyaan isaan jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani dhukkuba na irraa isaan fageessu irraa isaan hin fayyisa; aariin tiyya isaan irraa waan deebiteef, ani akkasumaan isaan hin jaaladha.