Hosea 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri deebie gaadisa kiyya jala tae, aka oobru wo baasa. Aka mukha zabibu daraare, aka daad'i Lebanonnoni gurra baafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan deebi'anii gaaddisa kiyya jala taa'an; akka biqila midhaaniititti lalisan; akka dhaaba woyini'iititti abaaban; akka daadhii woyinii Libaanosii beekkamaa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebi'anee gaaddisa kiyya jala hin boqatan. Akka midhaanii hin latan; akka muka woyni'ii hin daraaran; akka daadhii woynii biyya Libaanonii gurra hin horatan.