Hosea 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qalbi qabu ha dubbi tana hubate, nami qaroleeni ha beekhuti. Karaani AABBO Waaqaa qajeela, nami qajeelani kara suni gula deema, ammo nami daba keesati gufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ogummaa qaban waan kanniin hin hubatan; worri hubannaa qabanillee isaan beekan; karaan Rabbii qajeela'a; balchoonni isa irra deeman; cubbamtoonni ammo itti gufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon waan kana hin hubata; nami woy hubatu waan kana hin qalbeeffata; karaan Mootii Waan Maraa qajeela'a; balchooleen irra ideeman; finqiltooti ammoo keessatti gufatan.