Hosea 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gosa teesani ta Israeli, Worra Waaqaa, ka Aabbo Waaqi jaalatu jed'a, yaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin worra Israa'elii obboleeyyan keessan ka dhiiraa, «Amii » obboleeyyan teessan ta intalaa «Ruhaamaa » jedha'aa maqaa moggaasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre obboleeyyan teessan, ‹Kolbaa tiyya›, obboleeyyan teessan ta durraalle, ‹Marartii› jedha'aa waama'a.