Hosea 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jila isii d'owa — jila isii ta wogaatiifi ta baatitiifi ta Sabatotiifi jila isii d'ibi ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ayyaannan isiin itti gammaddu ka sambattanii, ka wogga'aatii fi ka ji'aa maraa hin balleessa; ayyaannan isi'ii ka addaa maraa akka isiin hin kabajjine taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jila isi'ii mara: jila isi'ii ka wogga'aa, ka baatii ji'aa, ka guyyaa Sanbataa, jila isi'ii ka addaa mara hin hambura.