Hosea 2:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini oobru isii ta zabibu isii deebise Bale Gaargala garagalche balbala abdi tolcha. Isiini achiti dubbi na jalaa qabdi, akuma gaafa kaima, ka isiini lafa Misiri keesaa baate na jalaa qabde kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaaba woyini'ii ka duraa isi'ii deebisa dhooqa rakkinnaallee akka balbala abdi'ii isi'ii ta'u godha; achitti hennaa biyya Misiriitii baatu akka hennaa ijoollumma'aan jirtuutitti gammachu'uun faarfatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti muka woyni'ii isi'iif hin deebisa; ani dhooqa Akorii balbala addi'ii isi'iif hin godha; achitti akka guyyaa biyya Gibxi'ii keessaa baateetitti, akka guyyaa dargaggummaa ifiititti gammadaan hin faarfatti.