Hosea 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi isiini, D'iirsa kiyya naani jetti, deebite Baali kiyya naani injettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san ana Rabbiin, «Abbaa manaa kiyya» jedha'aa na waamta malee akka waaqa tolfamaa Ba'aalii gooftaa kiyya jedha'aa na hin waamtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ‹Dhirsa kiyya› jettee na waanti malee, akka Ba'aalii waaqa ifii ka dharaa, ‹Goottaa kiyya› jettee waantu na hin waantu.