Hosea 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'u, Anini deebie aka isiini maqa Baali d'ooftu diqole ee injed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin afaan ufii keessaa maqaa waaqa tolfamaa Ba'aalii balleessu'uuf maqaan isaanii lammata hin waamamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isiin deebitee waaqota dharaa Ba'aal maqaa hin dhoonne hin godha.