Hosea 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini bineensafi simpirrefi waan garaani lafa ira lohale wold'aqisa woliini tolfad'a, aka worri kiyya nagayaani woliini tau; ammalle anini goraadeefi guubefi t'iya lolaa balleese lafa nagaya tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san waan keessaniif bineensota, simbirran sami'iitii fi uumama gara'aan lafa irra looyan woliin waadaa gala; ani lafa irraa buundhee, guraade'ee fi lola balleessee akka isin nagayaan hara baafattan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa san ani bineensota, sinbirroota fi bineensota lafa irra munyuuqanu woliin gondooroo hin godha. Martinuu nageyaan akka le'uuf, ani guube'ee fi shallaagaa, meya lolaa mara lafa irraa hin balleessa.
Recommended Reading