Hosea 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israeli, anini niiti si tolfad'a; anini nama d'uga ka d'ugeefatani taha; anini si jaalad'e si lakisu dide, haga jiru jireenna sii nahe nama kiyya si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el! ani baraa haga bara baraa akka haadha manaa tiyyaa si taasifadha; akka ati balchummaa'a, haqummaa'a, jaalala baraa haga bara baraatii fi araaraan; akka haadha manaa tiyyaa akka taatu si taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga bara baraa fuudhaaf si hawadadha; balchumma'aan, haqaan, jaalala bara baraatii fi mararti'iin fuudhaaf si hawadadha.