Hosea 2:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kakhu tiyya guute, nama kiyya si tolfad'e, atileeni aka ani AABBO Waaqa beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waadaa kiyya eegu'uun akka haadha manaa tiyyaa si taasisa; atillee akka ani Rabbiin ta'e beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani addatamumma'aan fuudhaaf si hawadadha; atille ana Mootii Waan Maraa hin beetta.