Hosea 2:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini kad'acha gumi tiyya ta Israeli d'agayaa. Anini bokaya lafati roobe, laftileeni mid'aanifi daad'ifi d'ad'a baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani guyyaa san deebii sii deebisa; ani sami'ii deebii deebisa; samiiwwanillee lafaaf deebii deebisan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san ani Mootiin Waan Maraa deebii hin kenna; ani ol-gubba'aaf deebii hin kenna; ol-gubbaalle lafaaf deebii hin kenniti.