Hosea 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ilmaani isii injaalad'u; ilmaani suni ta niiti daru ch'eera inqamneti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isi'ii waan intala seebartu irraa dhalataniif ani garaa isaanii hin laafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ijoollee gaarayyeeffattu'uu waan te'aneef, ani ijoollee isi'ii hin mararu.