Hosea 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jette, Anini garayoota tiyya gula deema, ta aananifi bisaani naa kennite gaad'a dadansa naa bitte daara na baafte d'ad'afi daad'i naa kennitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati isaanii waan seebartuu taateef isiin akkaataa nama saalfachiisuun isaan ulfoofte; isiin wonti waan kana gooteef jaalalloota tiyya ka buddeena, bisaan, uffata suufi'iitii fi jirbii irraa hojjatame, sayiti'ii fi waan dhugu naa kennan duukaa deema jetteeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati isaanii gaarayyeeffattee, karaa salphinnaatiin isaan ulfootte. Isiin, ‹Ani worra midhaanii fi bisaan, woyaa liilanaatii fi woyaa quncee talba'aa irraa hujante, zayiti'ii fi untoo naaf kennanu, gaarayyoota tiyya gula deema› jette.