Hosea 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma dallaa qoraati iti jaare, d'akhaani marse jaare deemu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani karaa isi'ii qore'een cufa; karaa baatuun akka hin arganne naannaya isi'ii dhaga'aan dallaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ani haxanxarii qore'eetiin karaa isi'ii hin cufa; akka isiin karaa baatu hin dhagganne, dalleya dhaka'aa itti ijaara.