Hosea 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini aka nami mid'aani, daad'i, d'ad'a, ammalle qarsifi worqi worri kad'acha waaqa Baali jed'ani suni baasu isii kenne, ana inhubbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin ka midhaan, daadhii woyini'ii dhadhaa ejersaa kenneef akka ana ta'e sirima hin hubanne; meeti'ii fi worqii ani guddisee isi'ii kenne waaqa tolfamaa Ba'aal jedhamee waamamuu dhiyeessite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin midhaan, daadhii woyni'ii o'itu'uu fi zayitii ejersaa ka isi'iif kenne, meeti'ii fi worqii isaan waaqa dharaa Ba'aaliif hujane, ka baceesse ana akka te'e hin beenne.