Hosea 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worri Israelileeni hayyufi jaarsa male yokhaani ka soriofi d'akha woyyu ka old'ad'aabani yokhaani akheekha waaqoota d'ara ta woini garsiisani inqamne, tau male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan baniin Israa'elii mootii, bulchaa, ciincaa dhiyeesuu'u, soodduu'u, uffata gadumma'aa uduu hin uffannee fi fakii waaqa tolfama'aa malee baroota hedduuf jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma kana kolbaan Israa'eliille mootii malee yookiin qondaaltota malee, ciincaa malee yookiin soodduu woyyittii malee, woyaa hayyumma'aa ta qomaa yookiin waaqa dharaa malee woggaa hedduu hin le'an.