Hosea 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi suni guyyaani ind'ufa ka worri Israeli AABBO Waaqa isaanitifi ilma Daudi hayyu isaaniti deebiu. Gaafasi AABBO Waaqa sodaatani waan dansa inni worraa kennu fud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Armaan maayii worri Israa'elii gara Rabbii Waaqa ufiitii fi gara mootii ufii gara Daawitii deebi'an; baroota maayessaatitti soda'aan gara Rabbii dhufanii eebba isa irraa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Israa'elooti deebi'anee, Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitii fi mootii ifii ka sanyii Daawitii hin barbaadan; bara muumme'ee soda'aan gara Mootii Waan Maraatii fi gara eebba isaa hin deebi'an.