Hosea 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan mukha ira mid'aasani kad'ate, Nu gorsi jed'aani! Uleleeni waan worri beekhu fed'u worrati himti! Worri na lakise sharmut'oma gula bahe waaqoota d'ibi kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waaqa tolfamaa muka irraa hojjatame gorsa gaafatan, uleen isaan moraniin gaafii isaaniitiif waan deebii isaanii deebisu seeyan; isaan hafuura seebaraatiin masakkamanii Rabbiin irraa fagaataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya waaqota muka irraa hujame irraa gorsa gaafatti. Uleen mukaa deebii isaaniif kenniti. Ayyaanni sagaagalaa karaa irraa isaan gorsa; isaan Waaqa ifiitiif hin addatamanu.