Hosea 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani worri Israeli sharmut'a taatanile, worri Yuda waan suni gula imbadiini. Gilgali yokhaani Bethaveni d'at'ani, AABBO Waaqa jettani, maqa kiyyaani inkakhatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Israa'elii! isin yoo seebartanillee banii Yihuuda'aa yakkamtoota hin taasisinaa'a; gara Gelgela'aa yookaan gara Beeti'aweenii hin dhaqinaa'a; ‹Rabbii jiraataa'a› jedha'aa hin kakatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee, Israa'el, ati gaarayyeeffattulle, Yihudaan akka keeti hin te'in. Giilgal hin dhaqina'a; gara Bet-Aweenii ol hin bayina'a. ‹Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee› jettaneelle hin kakatina'a.