Hosea 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli mataa jajaba, ka dubbini gurra inseenne. Anini akami dandae aka ilmaani ree worra gololcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii akka raada dhibduu dhibaa ta'aniiran; eeganaa Rabbi isaan akka korbeeyyii hoolotaa attamitti hulee misha'atti isaan bobbaasa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii akka goronsa jallichaa teeteerti. Mootiin Waan Maraa akka hoolota diida dansaa keessaa attam isaan tissa ree?