Hosea 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkanifi guyya gugufacha yaatani, raagootileeni isani ira injirtu. Anini haad'a teesani Israeli imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gadoota nana! ifa guyya'aatiin bararraaxxan; raattonnillee halkan isin woliin dukkana keessa bararraaqan; kanaafuu ani biyya haadha teessanii hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin halkanii fi guyyaa gufattan; raagotille isin woliin gufatan. Tanaaf, ani biyya teessan Israa'el hin balleessa.