Hosea 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya maro beekha Waaqaa inqamneefi ya badde. Isani qaalole, waan isani na diddani barsiisa tiyyale diddanifi, anini isani dide ilmaani teesanile qaalole tiyya tahu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya sababaa kolbatti na beekuu dhabeef badeera; isin waan na beekuu hin barbaanneef akka gadoota tiyya taatanii na tajaajiltan hin barbaadu; isin waan seera kiyya tuffattanii irraafattaniif ijoolleen teessanillee hin irraanfataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya beekkumsa dhabiisaan baddeerti; isin beekkumsa waan jibbitaneef, anille akka isin hayyoota naaf hin teene isin jibbe; isin seera ana Waaqa keessanii waan deetaneef, anille ijoollee teessan hin dedha.