Hosea 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maro daba gumi tiyyatiifi duroomtani, tanaafi isani aka worri hojja ch'ufa ch'ubbu tolchu feetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun banii kiyyaa karaa isin ittiin duroomtan waan ta'eef baniin akka guddisanii cubbuu hojjatan barbaaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kennansa kolbaan tiyya sababa cubbu'uutiif kennitu nyaatan; akka kolbaan yakkaa baceessitee hujju fedhan.