Hosea 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Waan jaaroleeni gosa Yuda worra Israeli haate lafa iraa fud'ateefi, anini ya dallane, tanaafi anini dallansu tiyya aka lolaa worrati fach'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Bulchoonni Yihuuda'aa akka namoota daangaa Israa'elii diiganii ta'aniiran; kanaafuu ani lola kiyya akka lolaa bisaaniititti isaan irratti buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sooreyyiin Yihuda'aa akka worra meessaa dhiibuu te'aneeran; ani mufii tiyya akka lolaa bisaanii isaan irratti hin dhangalaasa.