Hosea 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ya gaargale; worri ya lafa ufii kara d'araatiini d'abe, waan worri nama qarqaarsa worraa kennu indandeenne qarqaarsa kad'ateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el waan duwwaa duukaa bu'a'aa waan jabaateef miidha'aa fi haqummaa dhabuun isa irra gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Efreem waaqota dharaa hordofiisa yaada waan qabuuf, cunqurfamee, muraan isatti dhutte.