Hosea 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli fayyad'aba ufii beennaani yokhaani Yudaleeni mada ufii arginaani lafa Ashuru d'aqani hayyu worraa gudda qarqaarsa kad'atani, ammo inni worra fayyad'abafi madale fayyisu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el akka dhibame, Yihuudaanillee akka madaaye hennaa arge Israa'el fuula ufii gara mootii Asoorii deebise; gargaarsa argachu'uuf gara mooticha gudda'aa ergaa erge; inni ammo isaan hambisuu yookaan madaa isaanii fayyisuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Efreem dhibee ifii, Yihudaan madaa ifii yennaa dhagge, achiin duuba Efreem gara biyya Asoorii deebi'ee, qarqaarsa dhaggatiisaaf mootii guddichatti ergate; inni ammoo dhibee isaanii fayyisuu, madaa isaaniille irraa balleessuu hin dandeenne.