Hosea 5:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Israelitiifi ka Yuda aka nyeench'a had'a. Anumati worra gargari tatarsaase biraa deema. Hojja anini lafa ira worra hirkisu, nami na d'owu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani sababaa kanaaf Israa'eliin akka leencaa; Yihuudaallee akka leenca darmi'ii ta'ee isaan caccabsee deema; ani butee isaa fudhadha; eennullee isaan hambisuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Efreemitti akka neenqaa, Yihudaalle'etti akka neenqa dardaraa hin te'a. Ani tatarsaasee kukkutee isaan biraa hin deema; fuudheelle hin deema; ka isaan baasu hin jiru.