Hosea 5:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini deeme fulla tiyyati deebia, haga worri wollaala ufii arge na barbaaduti. Hegeri worri gaargala ufii keesa na barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa rakkoon isaanitti baay'atu na soqan; kanaafuu badii ufii hojjatan hubatanii gara kiyya haga deebi'anitti ani isaan irraa fagaadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Haga isaan yakkaa ifii beekanutti, ani gara addee tiyyaa hin deebi'a. Isaanille fuula kiyya hin barbaadan; isaan rakkinna ifii keessa akka malee na hin barbaadan» jedhe.