Hosea 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini hamtuuni worri hojate worra Waaqaati deebiu d'owarti. Worri sharmut'oma ch'alla gula bahe AABBO Waaqa wollaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri seebaraa banii Israa'elii keessa waan jiruuf Rabbiinillee waan hin beenneef hujiin isaanii akka gara Rabbii deebi'an isaanitti hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hujiin isaanii gara Waaqaa akka deebi'anu isaan hin gootu. Sagaagalummaan yaada isaanii keessa jirti; isaan Mootii Waan Maraa hin beekanu.