Hosea 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri loonifi ree fud'ate AABBO Waaqa sorio baasu d'aqa, ammo sorioni sunileeni woma keesa injirtuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hoolotaa fi horii ufii ciincaa godhanii dhiyeessu'uuf oofanii Rabbiin soqaa deeman; inni waan isaan irraa fooyameef isa hin argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hoole'ee fi re'ee, loon ifiille fudhatanee Mootii Waan Maraa hin barbaadan; garuu inni isaan irraa waan adda bayeef, isaan isa hin dhagganu.