Hosea 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ya AABBO Waaqa iraa gore, ilmaani isaanileeni ta isaatiniti. Tanaafi amma nyaapi d'ufe worraafi lafa worrale balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra waaqolee tolfamaa waaqeffatan waan ta'aniif Rabbiif amanamtoota hin taane; ijoolleen isaanii akka ijoollee waaqa tolfama'aatitti laakkayaman; kanaafuu jalqaba ji'a kanaatitti isaanii fi biyyi isaaniillee wolumaan badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraatiif waan hin addataminiif, ijoollee ormaaf uumaneeran; tanaaf amma jilti baatii ji'aa ta isaanii, isaanii fi fichaa isaanii hin balleessiti.