Hosea 5:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Magalata lolaa Gibea keesati d'aa! Rama keesaleti arrifad'a! Bethaveni keesaleti, Nyaapi ya d'ufe jed'a, iyya! Had'iisa kurfefad'a, worra gosa Benjamini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lolaaf akka bayan Gabaa'onii fi Raama'atti laagaa xurumba'aa dhageessisan; Beeti'aweenitti «Gosa Biiniyaamii! nu'u si woliin jirra jedha'aa iyyaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Giibe'aa keessatti tultullaa, Raamaa keessatti suusullee afuufa'a. Bet-Aween keessatti iyya lolaa kaasa'a. ‹Ee, kolbaa Beniyaaminii, isinitti dhufane› jedha'a