Hosea 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani gaargala ind'ufa, ka Israeli balleesani. Worra Israeli, dubbini tunini inhanqattu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa adabbi'ii Israa'el ona taati; badiin kun ka ani dhugamaan akka gosa Israa'elii irra gawu murteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa adabbi'ii Efreem duwwaa hin teeti; ani gosa Israa'elii oddu'utti dhugumaan waan te'uuf jiru lassiisatti jira.