Hosea 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi lamaa sadi bulle, nu jireesa, duuba nuleeni isa woliini teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u isa afo'otti akka jiraannu guyyaa lamaan maayessa nu haarawoomsa guyyaa sadeesso'ootitti nu kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lamaan duuba inni jiruu haareya nu keessa hin keya; akka fuula isaa dura leenu guyyaa sadiin duuba nu hin kaasa.