Hosea 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, jabaanne aka dansaa AABBO Waaqa baranna. Inni akuma lafti bariitu yokhaani akuma ganni woga gula roobu nuti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koottaa'a Rabbiin haa beennuu; shakkii malee isa duukaa haa buunuu; inni akka ifa bariisa'aatii fi akka badheessaatitti dhugamaan gara keenna dhufa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, Mootii Waan Maraa beennuu ti; isa beekiisaaf wodhaanuu ti. Inni akka boruu dayya'uu hin mudhata; akka bokkeya gannaa, akka bokkeya furmaataa ka lafa jiisuu gara keenna hin dhufa» hin jetti.