Hosea 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Israelitiifi ka Yuda, maani isani tolcha? Jaalalti teesani ta isani na jaalattani tunini huri fakaatti, yokhaani fit'eesa diirama ka yoosu gogu fakaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Isin banii Israa'eliitii fi banii Yihuuda'aa! ani maaluma isin godha? jaalalti isin naaf qabdan akka fixeensa ganamaa dafee bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee Efreem, ani maan si godhu ree? Ee Yihuda'a, ani maan si godhu ree? Jaalalli keessan akka hurrii ganamaa ti; akka fixeensa ganamaa ka dafee baduu ti.